yooyaapress.com
info @yooyaapress.com

tena

ቡና መጠጣት ምን ጥቅሞች አሉት?

ቡና መጠጣት ምን ጥቅሞች አሉት? እ.ኤ.አ. በ2018 የአሜሪካ ብሄራዊ ቡና ማህበር ባደረገው ጥናት 64% አሜሪካውያን ቡናን አዘውትረው እንደሚጠጡ የታወቀ ነው። እና ብዙ ቡና ለጨጓራ ምቾት እና ብስጭት ቢያጋልጥም በመጠኑ መጠጣት ብዙ ጥቅሞችን ያስገኛል። በቡና ውስጥ ያለው ካፌይን አንጎልን የሚያነቃቃ ውህድ ማዕከላዊውን የነርቭ ሥርዓትን ያበረታታል እና ንቁነትን ፣ ስሜትን እና የእውቀት አፈፃፀምን ያሻሽላል። በተጨማሪም ቡና የበለፀገ …

ቡና መጠጣት ምን ጥቅሞች አሉት? Read More »

Faayidaan buna dhuguun maali? / What are the benefits of drinking coffee?

Faayidaan buna dhuguun maali?   Lammiileen Ameerikaa %64 yeroo hunda buna dhuguun isaanii dhugaa beekamaadha jedha qorannoon bara 2018 Waldaan Bunaa Biyyaalessaa Ameerikaa. Akkasumas buna garmalee dhuguun garaan namaa akka namatti hin tolle fi mufachiisuu kan danda’u ta’us, madaalawaa ta’een dhuguun faayidaa dachaa argamsiisuu danda’a. Kaafeeniin buna keessa jiru, kompaawundii sammuu namaa sochoosu, sirna narvii …

Faayidaan buna dhuguun maali? / What are the benefits of drinking coffee? Read More »

couple, love, romantic-5367555.jpg

Faayidaa Fayyaa Qunnamtii Saalaa kudhan (10) | 10 Health Benefits of Sex | የወሲብ 10 የጤና ጥቅሞች።

Faayidaa Fayyaa Qunnamtii Saalaa kudhan  Walqunnamtiin saalaa qaama hariiroo barbaachisaa ta’edha. Hammam illee hiriyaa gaa’elaa kee jaallachaa jirta ta’a garuu saalqunnamtii malee hariiroo kee keessatti waan baay’ee walitti dhiyeenya qabu si jalaa dhaba. Walqunnamtiin saalaa hiriyoonni gaa’elaa qaamaa fi miiraan walitti dhiheessuu qofa osoo hin taane faayidaan walqunnamtiin saalaa dhiiraa fi dubartootaaf qabu biroo hedduudha. …

Faayidaa Fayyaa Qunnamtii Saalaa kudhan (10) | 10 Health Benefits of Sex | የወሲብ 10 የጤና ጥቅሞች። Read More »