Magaallaa Shaggar
Caasaa Magaalaa Sheger Shaggar walitti qabama magaalota, aanaalee, gandoota naannoo magaalaa Finfinne keessatti argaman yoo ta’u, akka gabaasa E.C. bara 2015 keessatti ibsametti. Burraayyuu, Kolooboo, Sulultaa, Laga Xaafoo-laga Daadhii, Galaan, Sabbataa, Walmaraa, Barraak, Aqaaqii, fi Sabbata Awas walitti makuun magaalaa tokkotti ijaarame. Shaggar bal’ina lafaa hektaara 160,892.8 kan qabdu yoo ta’u, akka barbaachisummaa isaatti sirreessuu …